Taatuun fiilmii beekamaa Piitar Gaardan waggootan 25 darbaniif guyyaa guyyaadhaan haadha warraa isaa Alisaaniif walaloo barreessuun boraatiishee jala kaa’aaf ture. Erga haati warraa isaa kun ...